Qorannoo Hawaasa Zoonii Walqixxummaa Fayyaa South King County |
Inishiyeetiviin Zoonii Walqixxummaa Fayyaa yaaddoo fayyaa ariifachiisaa ta'an adda baasuu fi pirojektoota fedhiiwwan addaa isaanii furuuf gargaaran qopheessuu keessatti hawaasa ni deeggara. Waggoota lamaan dhufan keessatti, hawaasni keenya South King County pirojektoota hawaasan adda baafaman deeggaruf maallaqa ni qabaata. Abdii hawaasa keenyaf qabdan dhagahuu barbaanna! Yaada keessan nuuf qooduudhaan akkasumas hawaasa fayya-qabeessa gama hundaan ijaaruuf nu waliin ta'aa.